Barrulee Birmaduu Kuta 2, 2009
Maxxansii 'Birmaduu" kutaa lammaffa kan bara 2009 maxxanfamee ajajajchuuf qophaa'eera. Kan duraa caalaa maxxansa Birmaduu barruulee wangeelaa Afaan Oromoo hanaga tokkoo gaaffii dubistaoota irratti hundeefamnee foyyisenee afaan Ingliffaas itti maknee maxxansineerra. Gabbisa hafuuraa keesaniif akkasumas hubee sagalee Waaqayyoo dhimmaa garaa garaa irratti horachuuf 'Birmaduu' barruulee isin tajaajiluuf maxxanfamuu dha.
Waa'ee dhimmaa hawaasaa fi jireenya amantii Kiristiyaanaa, keessaa iyyuu haala yeroo amma ummati keenya keessa jiru ilaalchisee maxxansa kana irrattii ijoo dubbii gurguddan lama Luba Keenya Dr. Gemechis D. Buba fi Dr. Gemechu Olaanaan barreefamanii jiru. Dubbifattanii akka isin itti eebbifamtan in amanna. Ajajachuuf ulaa kana tuqaa.
Birmaduu Vol 2 2009, Afaan Oromo Evangelical Magazine is now available to be ordered. In this Volume, beside devotional and interpretive texts, in terms of church’s relation to society the issue of unity of purpose in our community, as well as the role of the Evangelical churches in current context of schism and divides among our people is addressed.
We have included English texts based on comments some of our readers. To order please click here.


