"Dubbii kootti qabamtanii yoo jiraattan egaa isin dhuguma bartoota kooti. Dhugicha in hubattu dhugichis birmaduu isin baasaa" Yohn. 8:31-32

"If ye continue in my word, then are ye my disciples indeed; And ye shall know the truth, and the truth shall make you free."

Title Filter     Display # 
# Article Title Hits
1 Tear Down This Wall and Build Bridges: Call for Unity! 157
2 Harooroo Wangeelaa fi adaa gidduu jiru 323
3 Maddi gammachuu keenyaa Waaqayyotti gammaduu keessaati 114
4 Obsaa fi Ogummaan Qoramsa Keessa Darbuu 148
5 Utuu Waaqayyoon Amannuu Maaliif Rakkanna? 156
6 Kristosin Uffachuu 122
7 Dhama’iinsi jireenya mo’achuu jireenya nu jala dhoksuu hin qabu. 132
8 Barsiisa Macaafa Qulqulluu waa'ee gaa'ilaa fi wal hiikuu ilaalchisee 244
9 Guddina Hafuuraa 108
10 Fannoo fi Hiika Isaa Jireenya Keenya Guyya-Guyyaa Keessatti 100
11 Jireenya abdii 74
12 Ibsaa kee Ol Kaasii Ibsadhu 123
 
  • 0
prev
next

Tear Down This Wall and Build Bridges:

News image

Without any doubt it is time for all of us to tear down walls, fortresses and forts and start building bridges of relationships, friendships and nationhood.  Every time walls and ...

Read more

Harooroo Wangeelaa fi adaa gidduu jiru

News image

Hriiroon Wangeelaa fi aadaa giddu jiru mali? Amanaan tokko amantii isaa fi jirenya hawaasaa kessaa iyyuu safuu fi duudhaa garaa garaa hawaasichi qabu akkamitti waliin firmoosee jiraachuu danda’a? Aamanaan tokko ...

Read more

Maddi gammachuu keenyaa Waaqayyotti gamm

News image

“Yeroo hundumaa gooftaatti gammadaa….” Filiphsiiyus 4:4 Phaawuloos ergaa isaa gara warraa Filiphisiiyus kana kessatti eggaa yeroo hundumaa gooftaatti gammadaa jedhu maal jechuu barbaade laata? Jireemyi biyya lafaa hedduminaan dadhabbii fi sodaan ...

Read more

Obsaa fi Ogummaan Qoramsa K

“Obsaan haannan goromsaa dhuga.” jedha Oromoon wayitii mammaaku. Mammaaksi kun yaad-rimeen “obsa” jedhamu, hagam ulfaata fi nuffisiisaa (hifachiisaa) haata’u iyyu malee,  dhuma irratti badhaasa yookaan onnachiiftuu jabaa akka qabu s...

Read more

Utuu Waaqayyoon Amannuu Maaliif Rakkanna

“Waaqayyoo jallinni fi rakkini  akka hinjiraanne gochuu utuu danda’uu, jallina fi rakkina keesssaa waan garii baasuuf murteessuun isaa murtoo qajeelaa dha.”  Saint Augustine. Utuu waaqayyoon amanannuu maaliif qormsii nutti baayyata? ...

Read more

Kristosin Uffachuu

"Amantiidhaan isin hundumti keessan karaa Kristos Yesus ilmaan Waaqayyoo ti. Warri Kristositti dabalamuudhaaf cuuphamtan Kristosin akka uffataatti“ uffattaniittu." Gal 3:26-27Dubbiin Waaqayyjo, Phaawlos gara waldouta Kristaana kutaa biyya Galaatiyaatti, erge k...

Read more
NewsFlash
The 15th Annual UOEC Conference
The 15th Annual United Oromo Evangelical Churches Spiritual Conferences will be held from July 28 – August 1, 2010 in Portland, OR. The Conference schedule is as follow:  July 28, Wednesday 9AM: Pastors and Ministers meeting, July 29, Thursday 9AM Board and Council meeting July 29, Thursday evening the Conference begins.
Video of the Week
You must have Flash Player installed in order to see this player.