BIRMADUU GOSPEL MEDIA
SABQUUNAMTII WANGEELAA BIRMADUU
LIVE
Akeeki Tamsaasa Wangeelaa Birmaduu fula aragameen hundumtuu Wangeela Birmaduu Kan Gooftaa Yesuus dangaa tokko malee akka dhaga'uu dha. Yeroodhaa yeroottii yaaroo hafuuraa fi sagntaa garaa garaa fuula kana irrattii 'live' tamsaasnaa.. gaafii yookaan yaada yoo qabaattan yoom iyyuu karaa teessoo keenyaa nu qunamuu dandeessu.
We streams live and on demand conferences, gospel songs, short devotions and readings in Afaan oromo. For any question please use our contact form on this site.
Tel. 323-328-5548
Toora Tamsaasaa
Sanbta Duraa :
TV Labsii Ifaa [ 7:30AM - 8:00AM; 8:00PM - 8:30 PM, PST] (dhiwootti eegaluuf jira)
Dilbata/ Sanbata Guddaa:
TV Labsii Ifaa [ 7:00AM - 7:30AM; 9:30 - 10:00 PM, PST} (dhiwootti eegaluuf jira)
Ebenezer Oromo Evangelical Church 11:00AM - 1:00PM CST