BIRMADUU GOSPEL MEDIA
SABQUUNAMTII WANGEELAA BIRMADUU
LIVE
Yeroodhaa Yeroottii barsiisa Wangeelaa, lallaba garaagaraa akkasumas farfannaa fulla kanaan tamsaafna. Akeeki isaa hundumtuu Wangeela Birmaduu Kan Gooftaa Yesuus akka dhaga'uu dha.
We streams live and on demand conferences, gospel songs, short devotions and readings in Afaan oromo. For any question please use our contact on this site.