BIRMADUU MEDIA
SUBQUUNAMTII BIRMADUU
2009 © Birmaduu Gospel Media and Publication
Yeroo dhaa yerootti sagantaa addaa fi waaroo hafuuraa garaa garaa live dabarsina. Aamma yeroo kana waaqefannaa Dilbata Waldaa' Our RedeemerOromo Evangelical Church in Minnesota' irraa yeroo hundaa sa'a 8:00AM-10:00 AM (PT) dabarsaa jirraa. Akkuma haalli isaa nuuf mijatetti tajaajila kana baballisuuf akeekanee jirra.
Video sagantaa garaa garaa irratti warabamee tolchinee toora galchinee fuula kana keenya. Akeeki keenya sa'a digdamii afuur kan xabachuu danda'u dangalaasa video bifa TV tolchuu dha. Video as irraa kayyaman sagantaa garaa garaa irratti kan waraabaman waan ta'aniif dheeraa ta'u malu. Barsiisa gaggabaabaa irratti hojecha jira.
Sa'a digdamii afuur kan xabatuu Radio makaa farfannaa Wangeelaa kun akeeki isaa farfanaa Afaan Oromoo iddoo tokkotti kuusuun akka itti tajaajilamtaniif kan ta'ee dha. Yeroo gabaabaa gidduutti barsiisa gaggabaabaa fi lallabaa gaggabaabaa, akkasumas hasawaa wangeelaa live dabrsuuf jirra.
Live Stearming
Video Streaming
Birmaduu Radio