Shopping Cart
VirtueMart
Your Cart is currently empty.

Shop
Birmaduu Vol 3
Birmaduu Vol 3
$5.41


Birmaduu Vol 2
Birmaduu Vol 2
$5.41


Other Menu

Welcome !

Maxxansii 'Birmaduu" kutaa sadafaan maxxanfamee ajajajchuuf qophaa'eera. Isa Kanaan duraa caalaa maxxansa Birmaduu barruulee wangeelaa Afaan Oromoo hanaga tokkoo gaaffii dubistaoota irratti hundeefamnee foyyisenee afaan Ingliffaas itti maknee maxxansineerra. Gabbisa hafuuraa keesaniif akkasumas hubee sagalee Waaqayyoo dhimmaa garaa garaa irratti horachuuf 'Birmaduu' barruulee isin tajaajiluuf maxxanfamuu dha.

Waa'ee dhimmaa hawaasaa fi jireenya amantii Kiristiyaanaa, keessaa iyyuu haala yeroo amma ummati keenya keessa jiru ilaalchisee maxxansa kana irrattii ijoo dubbii gurguddan lama Luba Keenya Dr. Gemechis D. Buba fi Dr. Gemechu Olaanaan barreefamanii jiru. Dubbifattanii akka isin itti eebbifamtan in amanna

 

Birmaduu Voi. 2

Ijoon dubbii maxxansa Bimaduu kan kutaa 2ffaa Isaan kana: Abdii, Rufo Christian Paulus Ludwig, Haaromsaa Hafuura Qulqulluu, Maddi tokkummaa Mullata, Gaa'ila fi kan kana fakkaatanii dha. Maxxansa kana bitachuun of tajaajilaa akkasumas maxxansaa Wangeelaa Afaan Oromoo tumsaa.

 

Tamsaasa Wangeelaa karaa media gochaa turree caalatti jajjabeessuuf yaalii gochaa jirrru tolchinee lallabaa fi barsiisa garaa garaa kan walitti kuufne bifaa tolaadhaan website kan Waldaa Oromo-Los Angeles irra keenyee jirra.

Read more...

 

Tajaajilli Hogbarruu fi Tamsaasa Wangeelaa Birmaduu tajaajila haaraa eegaluu isaa gammachuun ibsa. Maxxansa Barruulee Wangeelaa Afaan Oromoo irra darbee, Waldoota Kiristiyaanaa keenyaa fi kan fedhan hudaa akka ga'aatti tajaajiluuf jecha 'website' keessumsiisuu (hosting) akkasumas 'website' tolchuu tooraan fullefanne jirra. Kan tajaajila kanatti dhimma ba'uufeetan nu qunnmaa.

Read more...

 
Service Info
AKEEKA MAXXANSA BIRMADUU

Akeeki barruulee kana waan tokko, innis, dhugaa ergaa Wangeelaa irraa sagalee jajjabinaa, sagalee birmaduu, sagalee abdii fi fayyinaa hiikuun beekumsaa fi jireenya Kirstiyaanummaa amantootaa ijaaruu dha. Sagaleen Waaqayyoo akka nuti dubbii Waaqayyoo isa dhugaa beekutti guddannu (2Pex. 318), akkasumas karaa hundummaa waan gaarii ta’e gochuu irraa of hin qusanne, walis ijaarru nutti dubbata (Yaq.4:17).

Read more...
Streaming
BIRMADUU TV

 

Click the button for Gospel Video streaming.

span.jajahWrapper { font-size:1em; color:#B11196; text-decoration:underline; } a.jajahLink { color:#000000; text-decoration:none; } span.jajahInLink:hover { background-color:#B11196; }