Tajaajilli Hogbarruu fi Tamsaasa Wangeelaa Birmaduu tajaajila haaraa eegaluu isaa gammachuun ibsa. Maxxansa Barruulee Wangeelaa Afaan Oromoo irra darbee, Waldoota Kiristiyaanaa keenyaa fi kan fedhan hudaa akka ga'aatti tajaajiluuf jecha 'website' keessumsiisuu (hosting) akkasumas 'website' tolchuu tooraan fullefanne jirra. Kan tajaajila kanatti dhimma ba'uufeetan nu qunnmaa.

Hojii Keenya kanaan duraa yoo ilaaluu feetan websitoota nuti kanaan hojjenne to'adhaa.

Oromo Ev. Church in Mennosta, Oromo Ev. Church in Las Vegas, Oromo Ev. Church n Washigton DC, Oromo Church Los Angeles, Birmaduu Gosple Media & Pblication.

Ballinaan Tajaajila kana baruuf itti fufaa dubbisaa