Tamsaasa Wangeelaa karaa media gochaa turree caalatti jajjabeessuuf yaalii gochaa jirrru tolchinee lallabaa fi barsiisa garaa garaa kan walitti kuufne bifaa tolaadhaan website kan Waldaa Oromo-Los Angeles irra keenyee jirra.


Tajaajila kana baballisuuf dhama'ina garaa garaa gochaa jirra. Egaa itti fayyadamun lubbuu keessan soora. Video garaa kan fuula kana keenye kan computera keessan irratti gadi buufachuu feetan nu quunnamaa, gumaacha yaraan siniif mijeessu dandeenya.span.jajahWrapper { font-size:1em; color:#B11196; text-decoration:underline; } a.jajahLink { color:#000000; text-decoration:none; } span.jajahInLink:hover { background-color:#B11196; }